1/2
GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN screenshot 0
GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN screenshot 1
GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN Icon

GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN

Ethiomapps
Trustable Ranking Iconمورد اعتماد
1K+دانلودها
16MBاندازه
Android Version Icon4.4 - 4.4.4+
إصدار الأندرويد
6.0(02-06-2022)آخرین نسخه
-
(0 دیدگاه‌ها)
Age ratingPEGI-3
دانلود
جزییاتدیدگاه‌هانسخه‌هاالمعلومات
1/2

توضیحات GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN

"Namoonni baay’een ani beeku jireenyi maatii isaanii sababa xixiqqoodhaan diigameen arga. Sababni xixiqqoon kun akkamitti jireenya maatii kabajamaa kana akka kanatti diiga jechuun baay’ee natti dhaga’ama ture. Sababni isaa maali jechuu yeroon gadi fageenyaan yaadu inni guddaan maatiin sun kan sodaa Rabbii irratti ijaarame ta’uu dhabuudha. Fakkeenyaaf jalqabuma yeroo gaa’ila isaaniitiin duraa gurbaafi intalli karaa Rabbiin dhorge baay’ee irratti wal qunnamu. Yeroo nikaan hidhamus wantoota sharii’aa faallessan lakkoofsa hin qabnetu raawwatama. Inni guyyaa cidhaa immoo waan dubbatamee dhumuu miti. Akka Sheekhni tokko jedhanitti sharii’aan ummata keenya biratti kan inni hojiirra oolu hanga guyyaan cidhaatiifi du’aa dhufutti. Yeroo ciini dhufe ajajni Rabbii hunduu diigamee wanti Rabbiin hin jaallanne hunduu hojjatama. Muuziiqaan, isheen heerumtu qullaa manaa bahuun, marii (miizee) jedhanii warra fira hin taane fira fakkeessanii ajaja Rabbii diiguun, bosona adda addaa deemanii waan Rabbiin jibbu meeqaatama achitti dalaguun, qarshiin hammana hin jedhamne achitti gubamee dhumuun, yaa Allaah isa kamin dubbadhee isa kam dhiisa! Yaa Ummata Islaamaa Rabbiin isinitti haa ta’u! Garuu silaa yaa ummata keenya yeroo gammachuu Rabbiin yaadannaan Rabbiinis guyyaa rakkoo keenyaa nu yaadata ture. Mee ummanni guyyaa har’a wal fuudhu badii heddu irratti wal qunname akkamumatti jireenyi isaa fuulduraa milkaa’aa ta’a? Wallaahii jireenya haara galfiifi boqonnaa ta’uu hin danda’u. Kun tasumaa hin yaadamu. Kun mindaa wal madaaluu miti. Mindaan wal madaalu warra ajaja Rabbii irraa gara gale Rabbiin jireenya dhiphoo isa jiraachisuudha. Yoo irra keessi isaa gaarii fakkaatee mul’atellee keessi isaa yoomuu gaarii hin ta’u. " barressaa kitaabicha. Waluma galattii gorsonni afurtaman mana keenyaa haala sharia'aan Islaama jallatuu fi gargarsa Rabbittiin rakkoolee dangaa Rabii darbuun dhufaan ofirraa maqsuuf nugargaara. Galatani guddaan kan Rabbii tokkichaa yeroo ta'uu barressaa keeny Gaaliis Rabbii si irraa haqebalu jechaa, Islam House fi hunda keenyaaf Du'aii nuuf godha.

GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN - نسخه 6.0

(02-06-2022)
سایر نسخه‌ها
تازه‌هاGorsii hanga 40 ittii deebie jiraa

هنوز هیچ دیدگاه و نظری وجود ندارد! برای ثبت اولین دیدگاه لطفا روی کلیک کنید.

-
0 Reviews
5
4
3
2
1

GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN - اطلاعات APK

نسخه APK: 6.0حزمة: com.ethiomapps.bultiimana
سازگاری با اندروید: 4.4 - 4.4.4+ (KitKat)
برنامه‌نویس:Ethiomappsمجوزها:9
نام: GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSANاندازه: 16 MBدانلودها: 0نسخه : 6.0تاریخ انتشار: 2022-06-02 15:55:02حداقل صفحه‌نمایش: SMALLپردازشگر پشتیبانی‌شده:
شناسه بسته: com.ethiomapps.bultiimanaامضای SHA1: 04:A9:9D:37:71:C6:0B:90:83:10:3C:C8:06:DB:32:1F:CF:D8:88:5Bبرنامه‌نویس (CN): Androidسازمان (O): Google Inc.منطقه (L): Mountain Viewکشور (C): USاستان/شهر (ST): Californiaشناسه بسته: com.ethiomapps.bultiimanaامضای SHA1: 04:A9:9D:37:71:C6:0B:90:83:10:3C:C8:06:DB:32:1F:CF:D8:88:5Bبرنامه‌نویس (CN): Androidسازمان (O): Google Inc.منطقه (L): Mountain Viewکشور (C): USاستان/شهر (ST): California

آخرین نسخه GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN

6.0Trust Icon Versions
2/6/2022
0 دانلودها16 MB اندازه
دانلود